LibreOffice 7.1 Help
Galmee ammaa keessatti, lakkoofsoota sarara dhangeessa, akkasuumas ida'a yk haqa. keewwata tokko lakkaawwii sarara irraa qoqqobuuf, keewwaticha keessa cuqaasiitii, Dhangi'i - Keewwata filadhu, caancala Lakkaawwii cuqaasi, kana booda saanduqa filannoo Keewwata kana lakkaawwii sarara keessatti dabali qulqulleessi. Akkaataa keewwata tokko lakkaawwii sarara irraa qoqqobuu nidandeessa.
Lakkoofsa sararaa dhangii HTML keessatti hinargamu.
Adds line numbers to the current document.
Amalawwan lakkaawwii sararaa qindeessi.
Select the formatting style that you want to use for the line numbers.
Select the numbering style that you want to use.
Select where you want the line numbers to appear.
Enter the amount of space that you want to leave between the line numbers and the text.
Enter the counting interval for the line numbers.
Yoo orofaan lakkaa'uu tokko ol tahe, lakkoofsoota sarara gidduutti agarisisuuf, arfii foo'aa galchuu nidandeessa.
Enter the text that you want to use as a separator.
Enter the number of lines to leave between the separators.
Foo'aawwannii, sararoota isa hin lakkoofsifamne keessatti qofa agarsiisama.
Specify whether to include empty paragraphs or lines in frames in the line count.
Includes empty paragraphs in the line count.
Adds line numbers to text in frames. The numbering restarts in each frame, and is excluded from the line count in the main text area of the document. In linked frames, the numbering is not restarted.
Restarts line numbering at the top of each page in the document.