LibreOffice 7.1 Help
Ajajootni kun galmee ammaatiif fayyadamu, galmee haaraa bani, yk fayyadama cufi.
Faayiloota yeroo baay'ee dhihoo banaman tarreessa. Faayilii tarree keessa banuuf, maqaa isaa cuqaasi.
Xalayaalee firaa fi hojii, faaksiiwwan, ajanawwan, pirezanteeshiniiwwan, fi dabala uumun si qajeelcha.
Mee qajojiiwwan kee gurmeessitu gulaal,akkasumas faayil aammee akka qajojiitti ol kaa'I.
Saves and organizes multiple versions of the current document in the same file. You can also open, delete and compare previous versions.
Saves the current document in a different location, or with a different file name or file type.
Jalteessaa ammaafii galmee ammee dhangii HTML keessaa uuma, sirna durtii iyya'aa Saphaphuu bana, dabalataanis, faayilii HTML Iyya'aa Saphaphuu keessaa agarsiisa.
Galmee,filannoo ykn fuula ammee kan ifteessitu maxxansa Dabalataanis dirqaalawwan maxxansa galmee ammee qindeessuu ni dandeessa. Dirqaalawwan maxxansuu akkaafaa maxxansaa fi sirnadala gaaitti fayyadamtu keetiin geeddaramuudanda'a.
Amaloota faayiliiammeedhaaf, xinannoo dabalatee kanneen akka lakkoofsa jechaa fi guyyaa faayilichi itti uumame agarsiisa.
Mallattoowwan lakqurxaawaagara figalmee kee irra ida'uun haqa Dabalataanis qaaqa ragaawwwan mul'suuf fayyadamuu midandeessa.
Closes all LibreOffice programs and prompts you to save your changes. This command does not exist on macOS systems.